Faarfannaa 37:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo muraasaaf qofa malee, namoonni hamoon hin jiraatan;+Bakka isaan turan ni ilaalta,Isaan garuu achitti hin argaman.+ Fakkeenya 10:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaadannoon* nama qajeelaa eebba argamsiisa,+Maqaan nama hamaa garuu tortoree bada.+
10 Yeroo muraasaaf qofa malee, namoonni hamoon hin jiraatan;+Bakka isaan turan ni ilaalta,Isaan garuu achitti hin argaman.+