LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Inni isa rakkataa awwaara irraa ni kaasa;

      Isa hiyyeessas tuullaa daaraa* irraa ol ni kaasa,+

      Bulchitootaa wajjin akka taaʼan godha,

      Barcuma ulfinaa isaaniif ni kenna.

      Utubaawwan lafaa kan Yihowaa ti,+

      Innis lafa oomisha kennitu isaan irra kaaʼe.

  • Faarfannaa 113:6-8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Inni samii fi lafa ilaaluuf gad jedha;+

       7 Isa rakkataa awwaara irraa ni kaasa.

      Isa hiyyeessas tuullaa daaraa* irraa ol ni kaasa;+

       8 Kanas kan godhu, inni guguddootaa wajjin,

      Guguddoota saba isaa wajjin akka taaʼu gochuufi.

  • Isaayyaas 57:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Sababiin isaas, inni Ol Kaʼaan,

      Inni bara baraaf jiraatuu+ fi maqaan isaa qulqulluu+ taʼe akkana jedha:

      “Ani iddoo ol kaʼaa fi iddoo qulqulluu keessan jiraadha,+

      Haa taʼu malee, hafuura warra rakkatoo haaressuuf,

      Garaa warra caccabaniis haaressuuf,

      Warra caccabanii fi warra gaddanii wajjinis nan taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi