LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 21:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Sana booda Abrahaam Ber Sheebaatti muka taamaariskii tokko ni dhaabe; bakka sanattis maqaa Yihowaa+ isa Waaqa bara baraa+ taʼe ni waammate.

  • Faarfannaa 90:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Gaaronni dhalachuu isaanii dura

      Yookiin lafaa fi lafa oomisha kennitu uumuu*+ kee dura,

      Bara baraa hamma bara baraatti ati Waaqa dha.+

  • Isaayyaas 40:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Ati hin beektuu? Hin dhageenyee?

      Yihowaan inni Uumaa andaara lafaa taʼe, bara baraaf Waaqa dha.+

      Inni matumaa hin dadhabu yookiin hin bututu.+

      Hubannaan isaa qoramuu* hin dandaʼu.+

  • 1 Ximotewos 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Mootii bara baraa+ isa hin badne,+ isa ijaan hin mulʼannee+ fi Waaqa tokkicha+ taʼeef kabajnii fi ulfinni baraa hamma bara baraatti haa taʼu. Ameen.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi