LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Intalli Xiyoon akkuma daasii maasii wayinii keessa jiruutti,

      Akkuma godoo maasii buqqee dheedhii nyaatamuu keessa jiruutti,

      Akkuma magaalaa marfamteettis kan dhiifamte taateetti.+

  • Faaruu Ermiyaas 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Inni godoo isaa akka daasii bakka biqiltuu keessa jiruutti ni diige.+

      Ayyaanni isaa akka hafu ni godhe.*+

      Yihowaan Xiyoon keessatti ayyaannii fi sanbanni akka irraanfatamu ni godhe,

      Dheekkamsa isaa isa sodaachisaadhaanis mootii fi luba ni tuffate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi