Fakkeenya 17:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Meetiin qodaa itti baqsan keessatti, warqiinis iddoo ibiddaa keessatti ni qorama,+Garaa namaa kan qoru garuu Yihowaa dha.+ Miilkiyaas 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni akka nama meetii baqsuutti+ taaʼee ilmaan Leewwii ni qulqulleessa; akkuma warqii fi meetiitti isaan ni qulqulleessa; isaanis dhugumaan saba qajeelummaadhaan Yihowaadhaaf kennaa dhiheessu ni taʼu.
3 Meetiin qodaa itti baqsan keessatti, warqiinis iddoo ibiddaa keessatti ni qorama,+Garaa namaa kan qoru garuu Yihowaa dha.+
3 Inni akka nama meetii baqsuutti+ taaʼee ilmaan Leewwii ni qulqulleessa; akkuma warqii fi meetiitti isaan ni qulqulleessa; isaanis dhugumaan saba qajeelummaadhaan Yihowaadhaaf kennaa dhiheessu ni taʼu.