Fakkeenya 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ijji Yihowaa bakka hundumaa jira,Namoota hamoos namoota gaariis ni ilaala.+ Zakkaariyaas 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Guyyaa hojicha keessaa xinnoon qofti hojjetamuu itti jalqabe* kan tuffate eenyu?+ Isaan harka Zarubaabel keessatti tumbii* yommuu argan ni gammadu. Isaan kun torban ijawwan Yihowaa guutummaa lafaa irra naannaʼani dha.”+ 1 Pheexiros 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, ijji Yihowaa* qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhagaʼa;+ taʼus Yihowaan* warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”+
10 Guyyaa hojicha keessaa xinnoon qofti hojjetamuu itti jalqabe* kan tuffate eenyu?+ Isaan harka Zarubaabel keessatti tumbii* yommuu argan ni gammadu. Isaan kun torban ijawwan Yihowaa guutummaa lafaa irra naannaʼani dha.”+
12 Sababiin isaas, ijji Yihowaa* qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhagaʼa;+ taʼus Yihowaan* warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”+