-
Uumama 4:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Lafattii yommuu qottu, ishiin oomisha* ishii siif hin kennitu. Ati lafa irratti jooraa fi baqataa ni taata.”
-
-
Faarfannaa 109:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ijoolleen* isaa kadhattoota asii fi achi jooran,
Mana isaanii isa diigame keessaa baʼanii nyaata kan barbaaddatan haa taʼan.
-
-
Daaniʼel 4:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Ati namoota gidduudhaa ni ariʼamta; bineensota bosonaa wajjinis ni jiraatta; akkuma qotiyyootti akka nyaattuuf margi siif ni kennama; fixeensi samii si jiisa;+ Inni Hundaa Olii mootummaa ilmaan namootaa irratti Bulchaa taʼuu isaa fi nama barbaade kamiif iyyuu akka isa kennu hamma beektutti+ barri torba+ si irratti ni darba.+
-