- 
	                        
            
            Isaayyaas 10:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Warra dambiiwwan miidhaa geessisan baasaniif,+
Warra yeroo hundumaa labsiiwwan nama cunqursan qopheessaniif wayyoo!
2 Isaan kana kan godhan, dhimma seeraa hiyyeeyyii dabsuuf,
Namoota rakkatoo saba koo gidduutti argaman haqa dhowwachuuf,+
Qabeenya dubartoota abbaan manaa irra duʼee boojiʼuuf,
Gargaarsa argachuuf eenyutti baqattu?+
Qabeenya* keessan hoo eessatti dhiistu?
 
 -