Iyyoob 34:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Hundi isaanii iyyuu hojii harka isaa waan taʼaniif,+Inni bulchitootaaf hin loogu,Sooreyyiis hiyyeeyyii* irra caalchisee hin ilaalu.+ Fakkeenya 14:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Namni nama rakkataa gowwoomsu Uumaa isaa arrabsa,+Namni hiyyeessatti gara laafina argisiisu hundi garuu isaaf ulfina kenna.+ Fakkeenya 22:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Wanti sooressaa fi hiyyeessa wal fakkeessu* kana dha: Lamaan isaanii iyyuu kan uume Yihowaa dha.+ Miilkiyaas 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Hundi keenya iyyuu abbaa tokko qabna mitii?+ Kan nu uumes Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?+
19 Hundi isaanii iyyuu hojii harka isaa waan taʼaniif,+Inni bulchitootaaf hin loogu,Sooreyyiis hiyyeeyyii* irra caalchisee hin ilaalu.+
31 Namni nama rakkataa gowwoomsu Uumaa isaa arrabsa,+Namni hiyyeessatti gara laafina argisiisu hundi garuu isaaf ulfina kenna.+
10 “Hundi keenya iyyuu abbaa tokko qabna mitii?+ Kan nu uumes Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?+