LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 31:13-15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yeroo isaan na irratti komii* dhiheessanitti,

      Tajaajiltoota koo warra dhiiraa yookiin warra durbaa haqa dhowwadheera yoon taʼe,

      14 Yeroon Waaqayyo duratti dhihaadhutti* maal gochuun dandaʼa?

      Yeroo inni na gaafatutti maalan isaaf deebisa?+

      15 Isa gadameessa keessatti na tolchetu isaaniinis tolche mitii?+

      Dhalachuu keenya dura* kan nu tolche isuma mitii?+

  • Fakkeenya 22:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Wanti sooressaa fi hiyyeessa wal fakkeessu* kana dha:

      Lamaan isaanii iyyuu kan uume Yihowaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi