Maatewos 5:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Ani garuu isiniin nan jedha, diinota keessan jaallachuu+ fi warra isin ariʼataniif kadhachuu keessan itti fufaa;+ Roomaa 12:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Warra isin ariʼatan eebbisuu keessan itti fufaa;+ isaan eebbisaa malee hin abaarinaa.+
44 Ani garuu isiniin nan jedha, diinota keessan jaallachuu+ fi warra isin ariʼataniif kadhachuu keessan itti fufaa;+