-
Uumama 3:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Sana booda isaan guyyicha keessaa yeroo qilleensi qilleensaʼutti utuu Yihowaan iddoo biqiltuu sana keessa deemuu sagalee isaa ni dhagaʼan; namichii fi haati manaa isaas mukeetii iddoo biqiltuu gidduu seenanii fuula Yihowaa duraa ni dhokatan.
-
-
Hojii Ergamootaa 5:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Pheexirosis, “Mee natti himi, isin lamaan lafa keessan kanumaan gurgurtanii?” ishiidhaan jedhe. Ishiinis, “Eeyyee, kanumaan gurgurre” jette.
-