LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 34:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Museen yeroo duʼetti umuriin isaa waggaa 120 ture.+ Yeroo kanatti ijji isaa hin dadhabne, humni isaas hin laafne.

  • Iyyoob 42:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kana booda Iyyoob waggaa 140 ni jiraate; ijoollee isaa, akkasumas ijoollee ijoollee isaa hamma dhaloota afuuriitti ni arge.

  • Faarfannaa 103:3-5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Inni balleessaa kee hundumaa siif dhiisa,+

      Dhukkuba kee hundumaas ni fayyisa;+

       4 Lubbuu kee boolla* irraa ni oolcha,+

      Jaalala isaa isa amanamaa fi gara laafina isaas si gonfachiisa.+

       5 Dargaggummaan kee akka kan risaatti akka haaromuuf,+

      Umurii kee guutuu wantoota gaggaariidhaan si quubsa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi