-
Fakkeenya 1:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yaa ilma koo, cubbamoonni si sossobuuf yaalii yoo godhan, tole hin jedhin.+
-
-
Fakkeenya 1:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Yaa ilma koo, isaan duukaa hin buʼin.
Miila kee daandii isaanii irraa fageessi,+
-
Fakkeenya 4:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Daandii jalʼootaatti hin seenin,
Daandii namoota hamoo irras hin deemin.+
-
-
-