LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 34:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Isaan halkan walakkaa+ akkuma tasaa ni duʼu,+

      Akka malee dhidhiittatanii ni darbu,

      Harka namaatiin taʼuu baatus, warri humna qabeeyyiin illee balleeffamaniiru.+

  • Faarfannaa 33:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Mootiin raayyaa waraanaa hedduu qabaachuudhaan oolu hin jiru;+

      Namni jabaanis humna isaa isa guddaadhaan hin oolu.+

  • Fakkeenya 11:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Guyyaa dheekkamsaatti qabeenyi* faayidaa hin qabu,+

      Qajeelummaan garuu duʼa irraa nama oolcha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi