Faarfannaa 111:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Hojiin Yihowaa guddaa dha;+ד [Daalet]Namoonni itti gammadan hundi isa ni qoʼatu.+ Faarfannaa 145:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaʼee guddinaa fi simboo ulfina keetii ni dubbatu,+Anis hojiiwwan kee warra dinqisiisoo taʼan irratti nan xiinxala.
5 Waaʼee guddinaa fi simboo ulfina keetii ni dubbatu,+Anis hojiiwwan kee warra dinqisiisoo taʼan irratti nan xiinxala.