Fakkeenya 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yihowaan ogummaadhaan lafa hundeesseera.+ Samiiwwanis hubannaadhaan cimsee dhaabeera.+ Ermiyaas 31:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Yihowaan inniGuyyaa ifa akka kennituuf aduu tolche,Halkan ifa akka kennaniifis seerawwan* addeessaa fi urjiilee qopheesse,Inni galaana sochoosee dambaliiwwan isaa warraaqsu,Inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha:+ Ermiyaas 33:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani guyyaa fi halkan ilaalchisee kakuu koo akkuman hundeesse,+ samii fi lafa ilaalchisees seera* akkuman hundeesse,+
35 Yihowaan inniGuyyaa ifa akka kennituuf aduu tolche,Halkan ifa akka kennaniifis seerawwan* addeessaa fi urjiilee qopheesse,Inni galaana sochoosee dambaliiwwan isaa warraaqsu,Inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha:+
25 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani guyyaa fi halkan ilaalchisee kakuu koo akkuman hundeesse,+ samii fi lafa ilaalchisees seera* akkuman hundeesse,+