LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 21:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Fardi guyyaa waraanaatiif ni qopheeffama,+

      Fayyinni garuu Yihowaa biraa argama.+

  • Ermiyaas 46:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Isin fardeen, ol baʼaa!

      Isin gaariiwwan fardaas, akka malee fiigaa!

      Loltoonni haa baʼan,

      Kuushii fi Puut warri gaachanatti fayyadaman,+

      Namoonni Luudim+ warri iddaatti fayyadamanii fi iddaa dabsanis*+ haa baʼan.

  • Ermiyaas 47:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Sagalee kottee fardeen kormaa isaatiin,

      Sagalee kililchuu gaariiwwan fardaa waraanaa isaatiin,

      Akkasumas sagalee geengoowwan isaa isa wal irraa hin cinneen kan kaʼe,

      Abbootiin harki isaanii waan laafuuf,

      Ijoollee isaanii oolchuuf illee duubatti hin garagalan;

  • Anbaaqom 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Fardeen isaanii qeerransa caalaa saffisu,

      Yeeyyii halkan deemu caalaas ni hammaatu.+

      Fardeen waraanaa isaanii gulufaa dhufu,

      Fardeen isaanii iddoo fagoo irraa dhufu.

      Isaan akkuma risaa wanta nyaatu irratti lafa dhaʼutti saffisaan gad buʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi