LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 21:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Guyyaa sanatti tajaajiltoota Saaʼol keessaa tokko Yihowaa duraa akka hin deemne waan dhowwameef achi jira ture. Namichi kun nama biyya Edoom+ yeroo taʼu, maqaan isaa Doʼeeg+ jedhama ture; inni ajajaa tiksitoota Saaʼol ture.

  • Faarfannaa 94:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yaa Yihowaa, hamoonni hamma yoomiitti,

      Hamma yoomiitti gammaduu isaanii itti fufu?+

       4 Isaan utuu itti hin yaadin of tuulummaadhaan dubbatu;

      Warri balleessaa raawwatan hundi of jaju.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi