LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 22:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti Doʼeeg+ Edoomtichi, inni ajajaa tajaajiltoota Saaʼol taʼe sun akkana jedhee deebise:+ “Ani yommuu ilmi Issey gara Noob gara Ahimelek ilma Ahixuubitti+ dhufu isa argeera.

  • 1 Saamuʼel 22:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis mootichi Doʼeegiin,+ “Ati itti garagaliitii luboota kana rukuti!” jedhe. Doʼeeg Edoomtichis+ yeruma sana deemee ofuma isaatiin luboota sana rukute. Inni guyyaa sanatti namoota efuudii quncee talbaa irraa tolfame uffatan 85 ni ajjeese.+

  • Faarfannaa 109:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Sababiin isaas, hamoonnii fi warri nama gowwoomsan ana irratti afaan isaanii banu.

      Isaan arraba sobuun waaʼee koo dubbatu;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi