Faarfannaa 27:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yihowaa abdadhu;+Onnadhu, garaan kees cimaa haa taʼu.+ Eeyyee, Yihowaa abdadhu. Faarfannaa 123:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Akkuma ijji tajaajiltootaa gara harka gooftaa isaanii,Ijji tajaajiltuus gara harka giiftii ishii ilaalu,Hamma inni gaarummaa nutti argisiisutti,+Ijji keenyas gara Waaqa keenya Yihowaa ni ilaala.+ Fakkeenya 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Maqaan Yihowaa masaraa cimaa dha.+ Namni qajeelaan achitti fiigee eegumsa argata.*+
2 Akkuma ijji tajaajiltootaa gara harka gooftaa isaanii,Ijji tajaajiltuus gara harka giiftii ishii ilaalu,Hamma inni gaarummaa nutti argisiisutti,+Ijji keenyas gara Waaqa keenya Yihowaa ni ilaala.+