19 Biyya Waaqni kee Yihowaan dhaalaan siif kennu keessatti yommuu Waaqni kee Yihowaan diinota kee warra naannoo keetti argaman hundumaa irraa boqonnaa siif kennu,+ inni matumaa samii jalaa akka hin yaadatamnetti Amaaleqiin haxaaʼii balleessi.+ Kana hin irraanfatin.