Faarfannaa 90:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Gaaronni dhalachuu isaanii duraYookiin lafaa fi lafa oomisha kennitu uumuu*+ kee dura,Bara baraa hamma bara baraatti ati Waaqa dha.+ 1 Ximotewos 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Mootii bara baraa+ isa hin badne,+ isa ijaan hin mulʼannee+ fi Waaqa tokkicha+ taʼeef kabajnii fi ulfinni baraa hamma bara baraatti haa taʼu. Ameen.
2 Gaaronni dhalachuu isaanii duraYookiin lafaa fi lafa oomisha kennitu uumuu*+ kee dura,Bara baraa hamma bara baraatti ati Waaqa dha.+
17 Mootii bara baraa+ isa hin badne,+ isa ijaan hin mulʼannee+ fi Waaqa tokkicha+ taʼeef kabajnii fi ulfinni baraa hamma bara baraatti haa taʼu. Ameen.