2 Seenaa Baraa 32:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Onnadhaa, cimaas. Warra isaa wajjin jiran irra warri nuu wajjin jiran waan caalaniif,+ mootii Asoorii fi namoota hedduu isaa wajjin jiran hundumaatiin kan kaʼe hin sodaatinaa yookiin hin jeeqaminaa.+ Faarfannaa 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kumaatama kudhan, warra kallattii hundumaatiin tarree galanii na irratti kaʼan,Hin sodaadhu.+
7 “Onnadhaa, cimaas. Warra isaa wajjin jiran irra warri nuu wajjin jiran waan caalaniif,+ mootii Asoorii fi namoota hedduu isaa wajjin jiran hundumaatiin kan kaʼe hin sodaatinaa yookiin hin jeeqaminaa.+