LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 37:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Daandii kee Yihowaatti kennadhu;*+

      Isatti amanami, innis siif jecha tarkaanfii ni fudhata.+

  • Faarfannaa 68:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yihowaan inni guyyaa guyyaadhaan baʼaa keenya nuuf baatu,+

      Waaqni dhugaan inni fayyisaa keenya taʼe haa jajamu. (Seelaa)

  • Filiphisiyus 4:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Waan hundumaa ilaalchisee kadhannaa fi wawwaannaadhaan galataa wajjin iyyannoon keessan Waaqayyo biratti akka beekamu godhaa+ malee, waaʼee waan tokkoo illee hin yaaddaʼinaa;+ 7 nagaan+ Waaqayyoo inni hubannaa hundumaa irra caalu karaa Kiristoos Yesuus garaa keessanii fi yaada* keessan ni eega.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi