1 Saamuʼel 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan. 1 Saamuʼel 24:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis gara gola hoolotaa isa dhagaadhaan ijaaramee fi daandii qarqara jirutti dhufe; bakka kana holqi tokko jira ture; Daawitii fi namoonni isaa holqicha+ keessa fagaatanii taaʼaa utuu jiranii, Saaʼol bobbaa baʼuuf* holqicha keessa seene. Faarfannaa 142:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maaskiil.* Kadhannaa Daawit yeroo holqa keessa turetti+ dhiheesse.
22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan.
3 Achiis gara gola hoolotaa isa dhagaadhaan ijaaramee fi daandii qarqara jirutti dhufe; bakka kana holqi tokko jira ture; Daawitii fi namoonni isaa holqicha+ keessa fagaatanii taaʼaa utuu jiranii, Saaʼol bobbaa baʼuuf* holqicha keessa seene.