1 Saamuʼel 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan. 1 Saamuʼel 24:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis gara gola hoolotaa isa dhagaadhaan ijaaramee fi daandii qarqara jirutti dhufe; bakka kana holqi tokko jira ture; Daawitii fi namoonni isaa holqicha+ keessa fagaatanii taaʼaa utuu jiranii, Saaʼol bobbaa baʼuuf* holqicha keessa seene. Ibroota 11:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu. Ibroota 11:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 addunyaan namoota akkasii qabaachuun isaaf hin malu ture. Isaan gammoojjii keessa, gaarota irra, akkasumas holqaa+ fi boolla keessa jooraniiru.
22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan.
3 Achiis gara gola hoolotaa isa dhagaadhaan ijaaramee fi daandii qarqara jirutti dhufe; bakka kana holqi tokko jira ture; Daawitii fi namoonni isaa holqicha+ keessa fagaatanii taaʼaa utuu jiranii, Saaʼol bobbaa baʼuuf* holqicha keessa seene.
32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu.
38 addunyaan namoota akkasii qabaachuun isaaf hin malu ture. Isaan gammoojjii keessa, gaarota irra, akkasumas holqaa+ fi boolla keessa jooraniiru.