Faarfannaa 112:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Oduu hamaa hin sodaatu.+ נ [Nuun] Yihowaatti waan amanamuuf, garaan isaa cimaa dha.+