Faarfannaa 140:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan arraba isaanii akkuma kan bofaatti qaratu;+Summiin buutiis afaan isaanii keessa jira.+ (Seelaa) Yaaqoob 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Haa taʼu malee, namni arraba madaqsuu dandaʼu tokko illee hin jiru. Arrabni kan hin toʼatamne, miidhaa kan geessistuu fi summii nama ajjeesuun kan guutamte dha.+
3 Isaan arraba isaanii akkuma kan bofaatti qaratu;+Summiin buutiis afaan isaanii keessa jira.+ (Seelaa)
8 Haa taʼu malee, namni arraba madaqsuu dandaʼu tokko illee hin jiru. Arrabni kan hin toʼatamne, miidhaa kan geessistuu fi summii nama ajjeesuun kan guutamte dha.+