Faarfannaa 52:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Ati inni jabaan, gochawwan hamminaa keetti maaliif of jajja?+ Jaalalli Waaqayyoo inni amanamaan guyyaa guutuu itti fufa.+ 2 Arrabni kee akka haadduu kan qarame dha,+Hammina ni qopheessa, gowwoomsaas ni raawwata.+ Faarfannaa 58:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Hamoonni yeroo dhalatanii* jalqabee karaa irraa goraniiru;*Isaan yeroo dhalatanii jalqabee addaggee fi sobdoota dha. 4 Summiin isaanii akkuma summii bofaa ti;+Isaan akkuma marʼataa gurra isaa ol dhaabeetti duudaa dha.
52 Ati inni jabaan, gochawwan hamminaa keetti maaliif of jajja?+ Jaalalli Waaqayyoo inni amanamaan guyyaa guutuu itti fufa.+ 2 Arrabni kee akka haadduu kan qarame dha,+Hammina ni qopheessa, gowwoomsaas ni raawwata.+
3 Hamoonni yeroo dhalatanii* jalqabee karaa irraa goraniiru;*Isaan yeroo dhalatanii jalqabee addaggee fi sobdoota dha. 4 Summiin isaanii akkuma summii bofaa ti;+Isaan akkuma marʼataa gurra isaa ol dhaabeetti duudaa dha.