Faarfannaa 9:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan warra cunqurfamaniif iddoo amansiisaa kooluu itti galan* ni taʼa,+Inni yeroo rakkinaatti kooluu amansiisaa dha.+ Faarfannaa 62:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Dhugumaan, inni qarsaa koo, fayyisaa koo fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha;+Ani matumaa akka malee hin raafamu.+
9 Yihowaan warra cunqurfamaniif iddoo amansiisaa kooluu itti galan* ni taʼa,+Inni yeroo rakkinaatti kooluu amansiisaa dha.+
2 Dhugumaan, inni qarsaa koo, fayyisaa koo fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha;+Ani matumaa akka malee hin raafamu.+