Faarfannaa 27:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaan ifa+ koo fi fayyisaa koo ti. Eenyuunan sodaadha?+ Yihowaan lubbuu kootiif dahoo dha.+ Eenyutu na naasisa? Faarfannaa 46:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+
27 Yihowaan ifa+ koo fi fayyisaa koo ti. Eenyuunan sodaadha?+ Yihowaan lubbuu kootiif dahoo dha.+ Eenyutu na naasisa?
46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+