LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 18:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Ati gaachana fayyinaa naaf kennita,+

      Harki kee mirgaa na deggera,

      Gad of qabuun kees guddaa na godha.+

  • Faarfannaa 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Harki kee diinota kee hundumaa ni qabata;

      Harki kee mirgaas warra si jibban ni qabata.

  • Faarfannaa 108:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Warri ati jaallattu ooluu akka dandaʼaniif,

      Harka kee mirgaatiin nu baraari, deebiis naaf kenni.+

  • Faarfannaa 118:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Sagaleen gammachuu fi sagaleen fayyinaa*

      Dunkaanota qajeelotaa keessa jira.

      Harki mirgaa Yihowaa humna isaa ni mulʼisa.+

  • Isaayyaas 41:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+

      Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+

      Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+

      Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi