Faarfannaa 89:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Irreen kee jabaa dha;+Harki kee cimaa dha;+Harki kee mirgaa ol kaʼaa dha.+ Isaayyaas 63:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Inni irreen isaa inni ulfina qabeessi harka mirgaa Musee wajjin akka deemu godhe sun,+Inni ofii isaatiif maqaa bara baraa argachuuf jedhee+Isaan duratti bishaanota gargar hire sun,+
12 Inni irreen isaa inni ulfina qabeessi harka mirgaa Musee wajjin akka deemu godhe sun,+Inni ofii isaatiif maqaa bara baraa argachuuf jedhee+Isaan duratti bishaanota gargar hire sun,+