LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 6:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu Yihowaan Museedhaan, “Amma wantan Faraʼoon irratti raawwadhu ni argita.+ Harki jabaan akka inni isaan erguuf isa dirqisiisa; akka inni biyya isaatii isaan geggeessuufis harki jabaan isa dirqisiisa” jedhe.+

  • Baʼuu 6:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Kanaafuu, Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Ani Yihowaa dha; baʼaa warra Gibxii jalaa isin nan baasa; garbummaa isaanii jalaas bilisa isin nan baasa;+ akkasumas irree koo isa diriirfamee* fi murtii koo isa guddaadhaan isin nan fura.+

  • Baʼuu 15:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Naasuu fi sodaan isaan irra buʼa.+

      Yaa Yihowaa, hamma sabni kee darbutti,

      Hamma sabni kee inni ati uumte+ darbutti,+

      Irreen kee guddaa taʼuu isaatiin kan kaʼe isaan akkuma dhagaa kan hin sochoone taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi