10 Gara magaalaa dallaa dhagaa qabdutti kan na geessu eenyu?
Hamma Edoomitti kan na geggeessu eenyu?+
11 Yaa Waaqayyo, ati isa nu gate sana,
Yaa Waaqa keenya, ati isa raayyaawwan waraanaa keenyaa wajjin baʼuu dhiise sana mitii?+
12 Fayyinni namootaan argamu gatii waan hin qabneef,+
Dhiphina keenya keessatti nu gargaari.+
13 Waaqayyo humna nuuf kenna,+
Diinota keenya irras ni ejjeta.+