-
Mulʼata 1:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Anis yommuun isa argu, akka nama duʼee taʼeen miila isaa jalatti kufe.
Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaʼee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa+ fi Isa Dhumaa+ ti, 18 isa jiraatu+ dhas, duʼeen ture;+ garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha,+ furtuuwwan duʼaa fi Awwaalaa* qaba.+
-