LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 16:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ani sitti nan hima, ati Pheexirosi;+ ani gumii koo qarsaa+ kana irratti nan ijaara; karrawwan Awwaalaas* isa hin moʼan.

  • Yohaannis 6:54
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 54 Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa;+

  • Yohaannis 11:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yesuusis akkana ishiidhaan jedhe: “Duʼaa kaʼuu fi jireenyi ana.+ Namni anatti amanu yoo duʼe illee deebiʼee ni jiraata;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi