LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 6:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Sababiin isaas, fedhiin Abbaa kootii namni Ilma beekee isatti amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatu+ dha; anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa.”+

  • 1 Qorontos 15:51, 52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Ilaa, ani iccitii qulqulluu tokko isinitti nan hima: Duʼaan kan boqonnu hunda keenya miti; garuu hundi keenya ni jijjiiramna;+ 52 malakanni inni dhumaa yeroo afuufamu, yeruma sana, liphsuu ijaatiin ni jijjiiramna. Sababiin isaas, malakanni ni afuufama,+ warri duʼan kan hin tortorre taʼanii kaafamu, nutis ni jijjiiramna.

  • 1 Tasalonqee 4:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 sababiin isaas, Gooftaan ofuma isaatiin sagalee ajajaatiin, sagalee hogganaa maleekotaa+ fi malakata Waaqayyootiin samii irraa gad ni buʼa; warri Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼanis jalqaba ni kaʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi