Faarfannaa 16:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yeroo hunda Yihowaa of dura nan kaaʼadha.+ Inni mirga kootiin waan jiruuf, ani matumaa hin raafamu.*+ Fakkeenya 10:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Namni qajeelaan matumaa akka kufu hin godhamu,+Namoonni hamoon garuu lafa irra jiraachuu isaanii itti hin fufan.+
8 Yeroo hunda Yihowaa of dura nan kaaʼadha.+ Inni mirga kootiin waan jiruuf, ani matumaa hin raafamu.*+
30 Namni qajeelaan matumaa akka kufu hin godhamu,+Namoonni hamoon garuu lafa irra jiraachuu isaanii itti hin fufan.+