LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 9:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Inni garaan isaa ogeessa, humni isaas guddaa dha.+

      Isa mormee miidhaa jalaa kan oolu eenyu?+

  • Naahom 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yihowaan aariidhaaf suuta kan jedhuu+ fi humna guddaa kan qabu dha,+

      Taʼus Yihowaan adaba barbaachisu kennuu irraa matumaa duubatti hin jedhu.+

      Daandiin isaa bubbee fi obomboleettii badiisa geessisu keessa jira,

      Duumessoonnis akkuma awwaara miila isaa jala jiruu ti.+

  • Mulʼata 19:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kana booda samii keessaa sagalee guddaa, sagalee namoota hedduu fakkaatu tokko nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Yaahiin jajadhaa!*+ Fayyinni, ulfinnii fi humni kan Waaqa keenyaa ti;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi