- 
	                        
            
            Fakkeenya 14:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 Namni ogeessi of eeggataa dha, wanta hamaa irraas ni gora,
Namni gowwaan garuu dantaa hin qabu,* akka malees ofitti amanama.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Daaniʼel 5:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 Yaa mootii, Waaqni Inni Hundaa Olii Nebukadnezaar abbaa keetiif mootummaa, guddina, kabajaa fi ulfina kennee ture.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Daaniʼel 5:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Yommuu garaan isaa of tuulettii fi yommuu inni mata jabeessa taʼetti garuu, gocha of tuulummaa waan raawwateef,+ teessoo mootummaa isaa irraa ni buufame, ulfinni isaas isa irraa ni fudhatame.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Roomaa 2:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Haa taʼu malee, mata jabina kee fi yaada geddarachuu diduu keetiin kan kaʼe, guyyaa dheekkamsaa fi guyyaa murtiin Waaqayyoo inni qajeelaan itti mulʼatuuf dheekkamsa ofii keetiif kuufachaa jirta.+
 
 -