Faarfannaa 72:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Maqaan isaa inni ulfina qabeessa taʼe bara baraaf haa jajamu,+Ulfinni isaas guutummaa lafaa haa guutu.+ Ameen, Ameen. Mulʼata 4:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* ati wantoota hundumaa waan uumteef,+ isaanis fedhii keetiin gara jireenyaatti waan dhufanii fi waan uumamaniif, ulfina,+ kabajaa fi humna+ fudhachuun siif ni mala.”+
19 Maqaan isaa inni ulfina qabeessa taʼe bara baraaf haa jajamu,+Ulfinni isaas guutummaa lafaa haa guutu.+ Ameen, Ameen.
11 “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* ati wantoota hundumaa waan uumteef,+ isaanis fedhii keetiin gara jireenyaatti waan dhufanii fi waan uumamaniif, ulfina,+ kabajaa fi humna+ fudhachuun siif ni mala.”+