LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Naasuu fi sodaan isaan irra buʼa.+

      Yaa Yihowaa, hamma sabni kee darbutti,

      Hamma sabni kee inni ati uumte+ darbutti,+

      Irreen kee guddaa taʼuu isaatiin kan kaʼe isaan akkuma dhagaa kan hin sochoone taʼu.

  • Faarfannaa 76:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Inni of tuulummaa* geggeessitootaa gad ni qaba;

      Mootota lafaa keessattis sodaa ni uuma.

  • Isaayyaas 2:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yeroo inni lafti sodaadhaan akka hollattu gochuuf kaʼutti,

      Fuula Yihowaa isa sodaachisaa taʼeen,

      Simboo isaa isa ulfina qabeessa taʼeenis kan kaʼe,+

      Namoonni gara holqa qarsaa keessa jiruutti,

      Gara boolla lafa keessa jiruuttis ni seenu.+

  • Ermiyaas 10:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha.

      Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+

      Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+

      Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi