1 Saamuʼel 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni tarkaanfii warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega,+Hamoonni garuu dukkana keessatti cal jechisiifamu,+Namni moʼicha kan argatu humna isaatiin miti.+ Faarfannaa 121:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni matumaa miilli kee akka mucucaatu* hin heyyamu.+ Inni si eegu matumaa hin mugu.
9 Inni tarkaanfii warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega,+Hamoonni garuu dukkana keessatti cal jechisiifamu,+Namni moʼicha kan argatu humna isaatiin miti.+