Baʼuu 15:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Naasuu fi sodaan isaan irra buʼa.+ Yaa Yihowaa, hamma sabni kee darbutti,Hamma sabni kee inni ati uumte+ darbutti,+Irreen kee guddaa taʼuu isaatiin kan kaʼe isaan akkuma dhagaa kan hin sochoone taʼu. Baʼuu 23:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Utuu ati achi hin gaʼin isaan akka na sodaatan nan godha;+ saboonni si lolan hundi akka burjaajaʼan nan godha; diinonni kee hundi moʼamanii si duraa akka baqatan* nan godha.+
16 Naasuu fi sodaan isaan irra buʼa.+ Yaa Yihowaa, hamma sabni kee darbutti,Hamma sabni kee inni ati uumte+ darbutti,+Irreen kee guddaa taʼuu isaatiin kan kaʼe isaan akkuma dhagaa kan hin sochoone taʼu.
27 “Utuu ati achi hin gaʼin isaan akka na sodaatan nan godha;+ saboonni si lolan hundi akka burjaajaʼan nan godha; diinonni kee hundi moʼamanii si duraa akka baqatan* nan godha.+