Lakkoofsa 21:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Sana booda deebiʼanii karaa Baashaanitti geessu qabatanii ol ni baʼan. Oog+ mootiin Baashaanis namoota isaa hundumaa qabatee Edraayitti isaan waraanuuf gad baʼe.+ Keessa Deebii 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Yeroo sanatti Sulula* Arnoon irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti+ biyya mootota Amoorotaa lamaan+ warra naannoo Yordaanos keessa jiraachaa turan sanaa ni fudhanne; Keessa Deebii 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 kana malees, magaalota lafa diriiraa* hundumaa, guutummaa Giiliyaad, akkasumas guutummaa Baashaan hamma Saalekaa fi Edraay+ warra magaalota bulchiinsa Oog isa Baashaanitti argamu sanaa taʼaniitti ni qabanne.
33 Sana booda deebiʼanii karaa Baashaanitti geessu qabatanii ol ni baʼan. Oog+ mootiin Baashaanis namoota isaa hundumaa qabatee Edraayitti isaan waraanuuf gad baʼe.+
8 “Yeroo sanatti Sulula* Arnoon irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti+ biyya mootota Amoorotaa lamaan+ warra naannoo Yordaanos keessa jiraachaa turan sanaa ni fudhanne;
10 kana malees, magaalota lafa diriiraa* hundumaa, guutummaa Giiliyaad, akkasumas guutummaa Baashaan hamma Saalekaa fi Edraay+ warra magaalota bulchiinsa Oog isa Baashaanitti argamu sanaa taʼaniitti ni qabanne.