Faarfannaa 119:82 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 82 Ijji koo dubbii kee ni hawwa,+“Ati yoom na jajjabeessita?”+ jedheen gaafadha. Faarfannaa 119:123 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 123 Fayyisuu kee fi waadaa* kee isa qajeelaa+ eeguudhaanIjji koo dadhabeera.+ Isaayyaas 38:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Anis akkuma simbirroo daaloteetti yookiin akkuma simbirroo kiiloleetti* nan waca;+Akkuma gugeettis* nan aada.+ Ijji koo ol ilaaluudhaan dadhabeera:+ ‘Yaa Yihowaa, dhiphina guddaa keessan jira;Ati gargaaraa* koo taʼi!’+
14 Anis akkuma simbirroo daaloteetti yookiin akkuma simbirroo kiiloleetti* nan waca;+Akkuma gugeettis* nan aada.+ Ijji koo ol ilaaluudhaan dadhabeera:+ ‘Yaa Yihowaa, dhiphina guddaa keessan jira;Ati gargaaraa* koo taʼi!’+