LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 39:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yaa Yihowaa, kadhannaa koo dhaggeeffadhu,

      Iyyan gargaarsa argachuuf dhageessisus dhagaʼi.+

      Imimmaan koo callistee hin ilaalin.

      Sababiin isaas, ani siif nama biyya ormaa ti;+

      Akkuma abbootii koo hundumaa imaltuu biyya keessa darbu* dha.+

  • Faarfannaa 119:82
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  82 Ijji koo dubbii kee ni hawwa,+

      “Ati yoom na jajjabeessita?”+ jedheen gaafadha.

  • Faarfannaa 119:123
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 123 Fayyisuu kee fi waadaa* kee isa qajeelaa+ eeguudhaan

      Ijji koo dadhabeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi