Faarfannaa 69:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Iyyuu kootiin kan kaʼe dadhabeera;+Qoonqoon koo cufameera. Waaqa koo eeggachuudhaan kan kaʼe ijji koo dadhabeera.+ Faarfannaa 143:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaa Yihowaa, dafii deebii naaf kenni;+Jabinni* koo dhumeera.+ Fuula kee na duraa hin dhoksin,+Taʼuu baannaan, akkuma warra gara boollaatti* gad buʼanii nan taʼa.+
3 Iyyuu kootiin kan kaʼe dadhabeera;+Qoonqoon koo cufameera. Waaqa koo eeggachuudhaan kan kaʼe ijji koo dadhabeera.+
7 Yaa Yihowaa, dafii deebii naaf kenni;+Jabinni* koo dhumeera.+ Fuula kee na duraa hin dhoksin,+Taʼuu baannaan, akkuma warra gara boollaatti* gad buʼanii nan taʼa.+